Zakkaariyaas 6:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Gaariin fardeen gugurraacha sanaan harkifamu gara biyya kaabaa dhaqa;+ warri aʼadiin galaanicha gama, warri buburreen immoo gara biyya kibbaa dhaqu.
6 Gaariin fardeen gugurraacha sanaan harkifamu gara biyya kaabaa dhaqa;+ warri aʼadiin galaanicha gama, warri buburreen immoo gara biyya kibbaa dhaqu.