Zakkaariyaas 8:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Garaa keessan keessatti hammina wal irratti hin yaadinaa;+ kakaa sobaa akkamii iyyuu hin jaallatinaa;+ sababiin isaas, ani wantoota kana hundumaa nan jibba’+ jedha Yihowaan.”
17 Garaa keessan keessatti hammina wal irratti hin yaadinaa;+ kakaa sobaa akkamii iyyuu hin jaallatinaa;+ sababiin isaas, ani wantoota kana hundumaa nan jibba’+ jedha Yihowaan.”