Miilkiyaas 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “‘Iddoo aarsaa koo irratti nyaata* faalame dhiheessuudhaani.’ “‘Akkasumas isin, “Akkamitti si faalle?” jettu.’ “‘“Maaddiin Yihowaa+ tuffatamaa dha” jechuudhaani.
7 “‘Iddoo aarsaa koo irratti nyaata* faalame dhiheessuudhaani.’ “‘Akkasumas isin, “Akkamitti si faalle?” jettu.’ “‘“Maaddiin Yihowaa+ tuffatamaa dha” jechuudhaani.