Faarfannaa 47:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihowaan Inni Hundaa Olii sodaachisaa dha;+Inni guutummaa lafaa irratti Mootii isa guddaa dha.+ Ermiyaas 10:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaan garuu dhugumaan Waaqa dha. Inni Waaqa jiraataa+ fi Mootii bara baraa ti.+ Dheekkamsa isaatiin kan kaʼe lafti ni kirkirti,+Sabni balaaleffannaa isaa dura dhaabbatus hin jiraatu.
10 Yihowaan garuu dhugumaan Waaqa dha. Inni Waaqa jiraataa+ fi Mootii bara baraa ti.+ Dheekkamsa isaatiin kan kaʼe lafti ni kirkirti,+Sabni balaaleffannaa isaa dura dhaabbatus hin jiraatu.