-
Miilkiyaas 1:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 “Isin luboonni warri maqaa koo tuffattan nana, ‘Ilmi abbaa isaa,+ tajaajilaanis gooftaa isaa ni kabaja. Maarree, ani abbaa keessan yoon taʼe,+ kabajni naaf malu meerre?+ Gooftaa keessan* yoon taʼes sodaan* naaf malu meerre?’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.
“‘Isin garuu, “Nuti akkamitti maqaa kee tuffanne?” jettu.’
-