Ermiyaas 49:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Kanaafuu, yaa namootaa, murtoo Yihowaan Edoom irratti dabarsee fi wanta inni jiraattota Temaan+ irratti fiduu yaade dhagaʼaa: Ilmooleen bushaayee sanaa harkifamanii fudhatamuun isaanii hin oolu. Inni isaaniin kan kaʼe iddoo jireenyaa isaanii ona ni godha.+ Yooʼel 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Gibxiin garuu ni onti,+Edoomis lafa onaa ni taati,+Sababiin isaas, isaan saba Yihudaa irratti hammina raawwataniiru,+Biyya isaa keessattis dhiiga qulqulluu dhangalaasaniiru.+
20 Kanaafuu, yaa namootaa, murtoo Yihowaan Edoom irratti dabarsee fi wanta inni jiraattota Temaan+ irratti fiduu yaade dhagaʼaa: Ilmooleen bushaayee sanaa harkifamanii fudhatamuun isaanii hin oolu. Inni isaaniin kan kaʼe iddoo jireenyaa isaanii ona ni godha.+
19 Gibxiin garuu ni onti,+Edoomis lafa onaa ni taati,+Sababiin isaas, isaan saba Yihudaa irratti hammina raawwataniiru,+Biyya isaa keessattis dhiiga qulqulluu dhangalaasaniiru.+