Miilkiyaas 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Hundi keenya iyyuu abbaa tokko qabna mitii?+ Kan nu uumes Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?+
10 “Hundi keenya iyyuu abbaa tokko qabna mitii?+ Kan nu uumes Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?+