Hisqiʼel 18:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 “‘Manni Israaʼel garuu, “Daandiin Yihowaa jalʼaa dha” jedhu. Yaa mana Israaʼel, jalʼaa kan taʼe dhuguma daandii koo tii?+ Jalʼaa kan taʼe daandii keessan mitii?’
29 “‘Manni Israaʼel garuu, “Daandiin Yihowaa jalʼaa dha” jedhu. Yaa mana Israaʼel, jalʼaa kan taʼe dhuguma daandii koo tii?+ Jalʼaa kan taʼe daandii keessan mitii?’