-
Faarfannaa 66:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yaa Waaqayyo, ati nu qorteetta;+
Akkuma meetiin qulqulleeffamutti nu qulqulleessiteetta.
-
-
Fakkeenya 25:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Meetii irraa xurii balleessi,
Innis guutummaatti kan qulqullaaʼe taʼa.+
-