-
1 Qorontos 11:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Wantan Gooftaa irraa fudhadhe dabarsee isinitti kenneera; Gooftaa Yesuus galgala+ dabarfamee kennametti maxinoo fuudhee,
-
-
2 Pheexiros 3:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Yaa obboloota jaallatamo, akkuman xalayaa isa jalqabaa irratti godhe yaadachiisa isiniif kennuudhaan sirriitti akka yaaddan isin kakaasuuf+ xalayaa lammaffaa kanas isiniif barreesseera; 2 kunis wantoota raajonni qulqulluun dursanii dubbatan, akkasumas ajaja Gooftaanii fi Fayyisaan keenya karaa ergamoota keessanii dubbate akka yaadattaniifi.
-