-
Maatewos 17:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “Yaa Gooftaa, ilma kootiif garaa laafi; inni gaggabdoodhaan qabamee dhukkubsachaa jira. Yeroo baayʼee ibidda keessatti kufa; yeroo baayʼees bishaan keessatti kufa.+
-