LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 61:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Waggaa gaarummaa Yihowaa,

      Guyyaa Waaqni keenya haaloo itti baʼus+ akkan labsu,

      Warra gaddan hundumaa akkan jajjabeessu,+

       3 Warra Xiyooniif gaddan akkan kunuunsu,

      Bakka daaraa shaashii,

      Bakka gaddaa zayitii gammachuu,

      Bakka hafuura gaddee uffata jajannaa akkan isaaniif kennu na ergeera.

      Isaanis mukeetii qajeelummaa guguddaa taʼan,

      Warra akka ulfina isaaf kennaniif* Yihowaan dhaabe sana jedhamanii ni waamamu.+

  • Maatewos 11:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Isin warri dadhabdanii fi baʼaan isinitti ulfaate hundi gara koo kottaa, ani boqonnaa isiniif nan kenna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi