-
Faarfannaa 24:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Gara gaara Yihowaatti kan ol baʼu eenyu?+
Iddoo qulqulluu isaa keessa kan dhaabbatu hoo eenyu?
-
-
Faarfannaa 73:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
73 Dhuguma iyyuu Waaqayyo Israaʼeliif, warra garaan isaanii qulqulluu taʼeef gaarii dha.+
-