LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 10:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yesuusis akkana jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, namni anaa fi misiraachichaaf jedhee, mana yookiin obboloota yookiin obboleettota yookiin haadha yookiin abbaa yookiin ijoollee yookiin maasii dhiise,+ 30 yeroo ammaatti ariʼatamaa wajjin+ manneen, obboloota, obboleettota, haadholii, ijoollee fi maasii dachaa 100, sirna* dhufu keessatti immoo jireenya bara baraa kan hin arganne hin jiru.

  • 1 Pheexiros 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Haa taʼu malee, qajeelummaadhaaf jettanii rakkinni yoo isin irra gaʼe illee isin gammadoo dha.+ Taʼus wanta isaan sodaatan hin sodaatinaa,* akkasumas hin jeeqaminaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi