LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 3:10-19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ilmi Solomoon Rooboʼaam,+ ilmi Rooboʼaam Abiyaa,+ ilmi Abiyaa Aasaa,+ ilmi Aasaa Yoshaafaax,+ 11 ilmi Yoshaafaax Yooraam,+ ilmi Yooraam Akaaziyaa,+ ilmi Akaaziyaa Yoʼaas,+ 12 Ilmi Yoʼaas Amaaziyaa,+ ilmi Amaaziyaa Azaariyaa,+ ilmi Azaariyaa Yootaam,+ 13 ilmi Yootaam Akaaz,+ ilmi Akaaz Hisqiyaas,+ ilmi Hisqiyaas Minaasee,+ 14 ilmi Minaasee Amoon,+ ilmi Amoon Yosiyaas+ ture. 15 Ilmaan Yosiyaas inni angafaa Yohaanaan, inni lammaffaan Yehoyaaqiim,+ inni sadaffaan Zedeeqiyaa,+ inni arfaffaan Shaalum turan. 16 Ilmaan Yehoyaaqiim, ilma isaa Yikooniyaa+ fi ilma isaa Zedeeqiyaa turan. 17 Ilmaan Yikooniyaa isa hidhame sanaa, Saalaatiʼel, 18 Maalkiraam, Pedaayaa, Shenaazaar, Yeqaamiyaa, Hoshaamaa fi Nedaabiyaa turan. 19 Ilmaan Pedaayaa, Zarubaabelii+ fi Shimeʼii turan; ilmaan Zarubaabel, Meshulaamii fi Hanaaniyaa turan (Shelomiit obboleettii isaanii turte);

  • 2 Seenaa Baraa 14:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis Abiyaan abbootii isaa wajjin ni boqote; isaanis Magaalaa Daawit+ keessatti isa awwaalan; ilmi isaa Aasaanis bakka isaa mootii taʼe. Bara isaatti biyyattiin waggaa kudhaniif boqonnaa argatte.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi