LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 24:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 “Wantuma inni ana irratti raawwate isa irratti nan raawwadha;

      Wanta inni godheef gatii isaa isaaf nan deebisa”* hin jedhin.+

  • Isaayyaas 50:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Dugda koo warra na rukutanitti,

      Maddii* koos warra areeda na irraa ciranitti kenneera.

      Fuula koo wantoota nama salphisanii fi warra natti tufan jalaa hin dhoksine.+

  • Luqaas 6:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Nama maddii* kee isa tokko kabaluuf maddii kee isa kan biraas itti qabi; nama uffata kee isa irraan uffattu fudhatuuf, uffata kee isa jalatti uffattu hin dhowwatin.+

  • Roomaa 12:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Eenyuuf iyyuu hamaa hamaadhaan hin deebisinaa.+ Wanta namoota hundumaa duratti gaarii taʼe hojjedhaa.

  • 1 Pheexiros 2:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yommuu isa arrabsan+ deebisee hin arrabsine.+ Yommuu rakkinni isa irra gaʼettis+ hin doorsisne; kanaa mannaa, isa qajeelinaan murteessu+ sanatti imaanaadhaan of kenne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi