-
Luqaas 18:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Fariisichi dhaabbatee garaa isaatti akkana jedhee kadhachuu jalqabe: ‘Yaa Waaqayyo, ani akka namoota kaanii, jechuunis akka saamtotaa, akka jalʼootaa, akka ejjitootaa, akka nama qaraxa sassaabu kanaa illee waanan hin taaneef sin galateeffadha.
-