-
Luqaas 12:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 sababiin isaas, wantoonni kun hundi wantoota saboonni addunyaa argachuuf baayʼee hawwani dha; haa taʼu malee, Abbaan keessan wantoonni kun akka isin barbaachisan beeka.+
-