Yohaannis 17:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 “Ani isa hamaa sana irraa akka isaan eegduuf malee, addunyaa keessaa akka isaan baastu si hin kadhadhu.+ 1 Yohaannis 5:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Nuti kan Waaqayyoo akka taane beekna, guutummaan addunyaa garuu humna isa hamaa sanaa* jala jira.+
15 “Ani isa hamaa sana irraa akka isaan eegduuf malee, addunyaa keessaa akka isaan baastu si hin kadhadhu.+
19 Nuti kan Waaqayyoo akka taane beekna, guutummaan addunyaa garuu humna isa hamaa sanaa* jala jira.+