22 Inni qoree gidduutti facaafames isa dubbicha dhagaʼu dha; haa taʼu malee, yaaddoon sirna* kanaa+ fi humni qabeenyi gowwoomsuuf qabu dubbicha ni hudha; innis firii kan hin godhanne taʼa.+
13 Tajaajilaan gooftolii lamaaf garbicha taʼuu dandaʼu hin jiru; isa tokko jibbee isa kan biraa jaallata; yookiin isa tokkotti maxxanee isa kan biraa tuffata. Waaqayyoo fi qabeenyaaf garboota taʼuu hin dandeessan.”+