LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 10:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Gooftaanis akkana jedhee ishiidhaaf deebise: “Yaa Maartaa, yaa Maartaa, ati waaʼee wantoota hedduu ni yaaddofta, ni jeeqamtas.

  • Luqaas 12:29-31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Kanaafuu, waan nyaattanii fi waan dhugdan ilaalchisee yaaddaʼuu keessan dhiisaa, akkasumas akka malee dhiphachuu dhiisaa;+ 30 sababiin isaas, wantoonni kun hundi wantoota saboonni addunyaa argachuuf baayʼee hawwani dha; haa taʼu malee, Abbaan keessan wantoonni kun akka isin barbaachisan beeka.+ 31 Egaa, hundumaa dura Mootummaa isaa barbaaduu keessan itti fufaa; wantoonni kunis isiniif ni dabalamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi