LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 4:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Itti fufees akkana isaaniin jedhe: “Wanta dhagaʼaa jirtaniif xiyyeeffannaa kennaa.+ Safartuu ittiin safartanitti isiniif safarama; caalaattis isiniif ni dabalama.

  • Luqaas 6:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Kennaa, namoonnis isiniif ni kennu.+ Isaan safartuu gaarii gad dhiibamee, sochoofamee irraa dhangalaʼuun safaranii kaasuu* keessanitti isiniif kennu. Sababiin isaas, safartuu isin itti safartanitti isaanis deebisanii isiniif safaru.”

  • Galaatiyaa 6:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Hin dogoggorinaa: Waaqayyo kan itti qoosamu miti. Namni waanuma facaase sana haammata;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi