LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 13:25-27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yommuu abbaan manichaa kaʼee balbala cufu, isin ala dhaabbattanii balbala rurrukutaa, ‘Yaa Gooftaa nuu bani’ jettu.+ Inni garuu, ‘Ani isin eessaa akka dhuftan hin beeku’ jedhee isaaniif deebisa. 26 Isinis, ‘Nuti sii wajjin nyaanneerra, dhugneerras; daandiiwwan guguddaa keenya irrattis barsiisteetta’ jechuu jalqabdu.+ 27 Inni garuu, ‘Ani isin eessaa akka dhuftan hin beeku. Isin warri jalʼina hojjettan nana, hundi keessan na biraa deemaa!’ isiniin jedha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi