Yaaqoob 1:23, 24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Namni kam iyyuu dubbicha dhagaʼee hojii irra kan hin oolchine yoo taʼe,+ inni nama fuula isaa daawwitii keessatti ilaaluu wajjin wal fakkaata. 24 Inni erga of ilaalee booda ni deema, yeruma sanas maal akka fakkaatu ni irraanfata.
23 Namni kam iyyuu dubbicha dhagaʼee hojii irra kan hin oolchine yoo taʼe,+ inni nama fuula isaa daawwitii keessatti ilaaluu wajjin wal fakkaata. 24 Inni erga of ilaalee booda ni deema, yeruma sanas maal akka fakkaatu ni irraanfata.