-
Maatewos 15:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Yeroo kanatti Yesuus, “Dubartii nana, amantiin kee guddaa dha; akkuma fedhii kee siif haa taʼu” jedhee ishiidhaaf deebise. Intalli ishiis saʼaatii sanaa jalqabee ni fayyite.
-
-
Luqaas 7:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yesuus wantoota kana yommuu dhagaʼu baayʼee isa dinqisiifatee, namoota hedduu isa duukaa buʼaa jiranitti garagalee, “Ani isinitti nan hima, Israaʼel keessatti illee nama amantii guddaa akkanaa qabu hin arganne”+ jedhe.
-