Luqaas 9:59 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 59 Achiis nama kan biraadhaan, “Duuka buutuu koo taʼi” jedhe. Innis, “Yaa Gooftaa, jalqaba dhaqee abbaa koo akkan awwaalladhu anaaf heyyami”+ jedhe.
59 Achiis nama kan biraadhaan, “Duuka buutuu koo taʼi” jedhe. Innis, “Yaa Gooftaa, jalqaba dhaqee abbaa koo akkan awwaalladhu anaaf heyyami”+ jedhe.