1 Seenaa Baraa 3:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ilmaan Yosiyaas inni angafaa Yohaanaan, inni lammaffaan Yehoyaaqiim,+ inni sadaffaan Zedeeqiyaa,+ inni arfaffaan Shaalum turan. 16 Ilmaan Yehoyaaqiim, ilma isaa Yikooniyaa+ fi ilma isaa Zedeeqiyaa turan.
15 Ilmaan Yosiyaas inni angafaa Yohaanaan, inni lammaffaan Yehoyaaqiim,+ inni sadaffaan Zedeeqiyaa,+ inni arfaffaan Shaalum turan. 16 Ilmaan Yehoyaaqiim, ilma isaa Yikooniyaa+ fi ilma isaa Zedeeqiyaa turan.