-
Luqaas 7:39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Fariisichi isa affeere sun yommuu kana argu garaa isaatti, “Namni kun dhuguma utuu raajii taʼee, silaa dubartiin isa tuqaa jirtu tun eenyuu fi nama akkamii akka taate, jechuunis cubbamtuu+ taʼuu ishii ni beeka ture” jedhee yaade.
-
-
Luqaas 15:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yeroo kanatti, Fariisonnii fi barsiisonni seeraa, “Namichi kun cubbamoota ni simata; isaanii wajjinis ni nyaata” jedhanii gunguman.
-