Yohaannis 4:53 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 53 Abbaan mucichaas, kun kan taʼe saʼaatuma Yesuus, “Ilmi kee fayyeera” isaan jedhe sanatti taʼuu isaa hubate.+ Kanaafuu, innii fi maatiin isaa hundi ni amanan.
53 Abbaan mucichaas, kun kan taʼe saʼaatuma Yesuus, “Ilmi kee fayyeera” isaan jedhe sanatti taʼuu isaa hubate.+ Kanaafuu, innii fi maatiin isaa hundi ni amanan.