-
Roomaa 10:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Haa taʼu malee, utuu isatti hin amanin akkamitti isa waammatu? Utuu waaʼee isaa hin dhagaʼin hoo akkamitti isatti amanu? Namni tokko utuu isaaniif hin lallabin hoo akkamitti dhagaʼu?
-