Maarqos 3:14, 15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Achiis namoota 12 filatee* ergamoota jedhee moggaase; kanas kan godhe isaa wajjin akka taʼanii fi lallabaaf isaan erguuf, 15 akkasumas jinniiwwan baasuuf aangoo akka qabaataniif+ ture. Maarqos 6:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Warra Kudha Lamaan sana waamee lama lama godhee isaan erge;+ hafuurota xuraaʼoo irrattis aangoo isaaniif kenne.+ Luqaas 9:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sana booda inni warra Kudha Lamaan walitti waamee, jinniiwwan hunda akka baasanii+ fi dhibeewwan akka fayyisan humnaa fi aangoo isaaniif kenne.+ 2 Akkasumas Mootummaa Waaqayyoo akka lallabanii fi namoota dhukkubsatan akka fayyisan isaan erge;
14 Achiis namoota 12 filatee* ergamoota jedhee moggaase; kanas kan godhe isaa wajjin akka taʼanii fi lallabaaf isaan erguuf, 15 akkasumas jinniiwwan baasuuf aangoo akka qabaataniif+ ture.
7 Warra Kudha Lamaan sana waamee lama lama godhee isaan erge;+ hafuurota xuraaʼoo irrattis aangoo isaaniif kenne.+
9 Sana booda inni warra Kudha Lamaan walitti waamee, jinniiwwan hunda akka baasanii+ fi dhibeewwan akka fayyisan humnaa fi aangoo isaaniif kenne.+ 2 Akkasumas Mootummaa Waaqayyoo akka lallabanii fi namoota dhukkubsatan akka fayyisan isaan erge;