Maarqos 6:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Warra Kudha Lamaan sana waamee lama lama godhee isaan erge;+ hafuurota xuraaʼoo irrattis aangoo isaaniif kenne.+ Luqaas 9:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sana booda inni warra Kudha Lamaan walitti waamee, jinniiwwan hunda akka baasanii+ fi dhibeewwan akka fayyisan humnaa fi aangoo isaaniif kenne.+ 2 Akkasumas Mootummaa Waaqayyoo akka lallabanii fi namoota dhukkubsatan akka fayyisan isaan erge;
7 Warra Kudha Lamaan sana waamee lama lama godhee isaan erge;+ hafuurota xuraaʼoo irrattis aangoo isaaniif kenne.+
9 Sana booda inni warra Kudha Lamaan walitti waamee, jinniiwwan hunda akka baasanii+ fi dhibeewwan akka fayyisan humnaa fi aangoo isaaniif kenne.+ 2 Akkasumas Mootummaa Waaqayyoo akka lallabanii fi namoota dhukkubsatan akka fayyisan isaan erge;