Maarqos 6:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kana malees, karaadhaaf ulee qofa malee, daabboo fi korojoo nyaataa akka hin qabanne, sabbata isaaniittis maallaqa* akka hin guduunfanne,+ 9 garuu kophee akka kaaʼatan, taʼus uffata lama* akka hin uffanne isaan ajaje.
8 Kana malees, karaadhaaf ulee qofa malee, daabboo fi korojoo nyaataa akka hin qabanne, sabbata isaaniittis maallaqa* akka hin guduunfanne,+ 9 garuu kophee akka kaaʼatan, taʼus uffata lama* akka hin uffanne isaan ajaje.