LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 23:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Kanaan kan kaʼes, ani raajota,+ namoota ogeeyyii fi barsiisota sabaa+ isinitti nan erga. Isinis isaan keessaa tokko tokko ni ajjeestu,+ tokko tokko muka irratti fannistu, tokko tokko immoo manneen sagadaa keessan keessatti garaftu,+ akkasumas magaalaa isa tokkoo gara magaalaa isa kan biraatti ariʼattu;+

  • Hojii Ergamootaa 8:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Saaʼolis Isxifaanos ajjeefamuu isaa irratti walii galee ture.+

      Guyyaa sanatti gumii Yerusaalem keessa jiru irratti ariʼatamni guddaan ni kaʼe; kanaafuu, ergamoota irraa kan hafe hundi isaanii naannoowwan Yihudaa fi Samaariyaa hundumaa keessa bittinnaaʼan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi