Miikiyaas 7:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Sababiin isaas, ilmi abbaa isaa ni tuffata,Intalli haadha ishii irratti ni kaati,+Haati manaa ilmaas amaatii ishii irratti ni kaati;+Diinonni namaa miseensota maatii isaa ti.+
6 Sababiin isaas, ilmi abbaa isaa ni tuffata,Intalli haadha ishii irratti ni kaati,+Haati manaa ilmaas amaatii ishii irratti ni kaati;+Diinonni namaa miseensota maatii isaa ti.+