-
Maatewos 10:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Dhuguman isiniin jedha, Guyyaa Murtiitti adaba magaalaa sana irra gaʼu mannaa isa Sodoomii fi Gomoraa+ irra gaʼutu salphata.
-
-
Luqaas 10:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Ani isinitti nan hima, guyyaa sanatti adaba magaalaa sana irra gaʼu mannaa isa Sodoom irra gaʼutu salphata.+
-