-
Luqaas 9:50Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
50 Yesuus garuu, “Namni isin hin mormine kam iyyuu isin cinaa waan jiruuf, isa dhowwuuf hin yaalinaa” isaan jedhe.
-
-
Luqaas 11:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Namni na cinaa hin dhaabbanne hundi na morma; namni anaa wajjin walitti hin qabne hundi ni bittinneessa.+
-