Maatewos 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Mootiin Yihudootaa+ inni dhalate eessa jira? Nuti yommuu Baha turretti urjii isaa waan argineef isaaf sagaduu dhufne” jedhan.
2 “Mootiin Yihudootaa+ inni dhalate eessa jira? Nuti yommuu Baha turretti urjii isaa waan argineef isaaf sagaduu dhufne” jedhan.