Maatewos 13:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Namni tokko dubbii Mootummichaa dhagaʼee ergaa isaa hin hubatu yoo taʼe, inni hamaan+ sun dhufee wanta garaa namichaa keessatti facaafame sana butata; sanyiin karaa qarqaratti facaafame sun isa kana.+
19 Namni tokko dubbii Mootummichaa dhagaʼee ergaa isaa hin hubatu yoo taʼe, inni hamaan+ sun dhufee wanta garaa namichaa keessatti facaafame sana butata; sanyiin karaa qarqaratti facaafame sun isa kana.+