Yohaannis 12:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 “Isaan ija isaaniitiin arganii, garaa isaaniitiin hubatanii, akka hin deebinee fi akkan isaan hin fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera; garaan isaaniis didaa akka taʼu godheera.”+ Roomaa 11:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 kunis akkuma, “Ijji isaanii akka hin arginee fi gurri isaanii akka hin dhageenyeef, Waaqayyo hamma guyyaa harʼaatti+ hafuura hirriba cimaa isaanitti buuse”+ jedhamee barreeffametti dha. 2 Qorontos 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Isaan sammuun isaanii hadoodee ture.+ Haguuggiin sun kan irraa fuudhamu karaa Kiristoos qofa waan taʼeef,+ hamma guyyaa harʼaatti yommuu kakuu moofaan sun dubbifamu hundatti haguuggiin sun isaan irra jira.+
40 “Isaan ija isaaniitiin arganii, garaa isaaniitiin hubatanii, akka hin deebinee fi akkan isaan hin fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera; garaan isaaniis didaa akka taʼu godheera.”+
8 kunis akkuma, “Ijji isaanii akka hin arginee fi gurri isaanii akka hin dhageenyeef, Waaqayyo hamma guyyaa harʼaatti+ hafuura hirriba cimaa isaanitti buuse”+ jedhamee barreeffametti dha.
14 Isaan sammuun isaanii hadoodee ture.+ Haguuggiin sun kan irraa fuudhamu karaa Kiristoos qofa waan taʼeef,+ hamma guyyaa harʼaatti yommuu kakuu moofaan sun dubbifamu hundatti haguuggiin sun isaan irra jira.+