-
Uumama 38:29, 30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Haa taʼu malee, akkuma inni harka isaa ol deebifateen obboleessi isaa gad ni baʼe; ishiinis, “Ati akkamitti ofuma keetiif diigdee baate?” jette. Kanaafuu, maqaan isaa Faares*+ jedhamee moggaafame. 30 Boodas obboleessi isaa inni foʼaa diimaan harka isaatti hidhame sun gad ni baʼe; maqaan isaas Zeeraa+ jedhamee moggaafame.
-