Luqaas 11:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Haa taʼu malee Fariisichi, Yesuus nyaata dura harka isaa akka hin dhiqanne* yommuu argu baayʼee dinqisiifate.+ Yohaannis 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yeroo kanatti akka seera qulqulleeffamuu Yihudootaatti+ gaaniiwwan dhagaa, tokkoon tokkoon isaanii safartuu dhangalaʼaa* lama yookiin sadii qabachuu dandaʼan jaʼa achi kaaʼamanii turan.
38 Haa taʼu malee Fariisichi, Yesuus nyaata dura harka isaa akka hin dhiqanne* yommuu argu baayʼee dinqisiifate.+
6 Yeroo kanatti akka seera qulqulleeffamuu Yihudootaatti+ gaaniiwwan dhagaa, tokkoon tokkoon isaanii safartuu dhangalaʼaa* lama yookiin sadii qabachuu dandaʼan jaʼa achi kaaʼamanii turan.