LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 23:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Barsiisota seeraa fi Fariisota fakkeessitoota+ nana, isiniif wayyoo! Isin namni tokko amantii Yihudii akka fudhatu gochuuf galaanaa fi lafa gogaa irra joortu; namichi yommuu amanticha fudhatus isin caalaa dachaa lama nama Gahaannamiif* malu akka taʼu isa gootu.

      16 “Geggeessitoota jaamota+ nana, isiniif wayyoo! Isin, ‘Namni tokko mana qulqullummaatiin yoo kakate homaa miti; warqii mana qulqullummaa keessa jiruun yoo kakate garuu kakaa isaa raawwachuuf dirqamni isa irra jira’+ jettu.

  • Luqaas 6:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Achiis akkana jedhee fakkeenya tokko isaanitti hime: “Jaamaan jaamaatti karaa argisiisuu dandaʼaa? Lamaan isaanii iyyuu boolla keessa hin buʼanii?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi