LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 7:18-23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu, akkana isaaniin jedhe: “Isinis akkuma isaanii hin hubannee? Wanti alaa nama keessa seenee nama xureessuu dandaʼu tokko illee akka hin jirre hin beektanii? 19 Sababiin isaas, wanti nama keessa seenu, gara yaada namaatti utuu hin taʼin, gara marʼimaanitti gala; achiis darbee gara boollaatti seena.” Kana jechuudhaan nyaanni hundi qulqulluu akka taʼe ibse. 20 Itti fufees akkana jedhe: “Nama kan xureessu wanta isa keessaa baʼu dha.+ 21 Keessa namaatii, jechuunis garaa namaa+ keessaa yaanni hamaan ni baʼa; isaanis halalummaa,* hanna, ajjeechaa, 22 ejja, sassata, hammina, gowwoomsaa, addaggummaa,* hinaaffaa, arrabsoo, of tuulummaa fi gowwummaa dha. 23 Wantoonni hamoon kun hundi keessa namaatii baʼu; nama tokko kan xureessanis wantoota kana dha.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi