Maarqos 8:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaafuu, baayʼee gaddee hafuura baafatee, “Dhaloonni kun maaliif mallattoo barbaada?+ Dhuguman isiniin jedha, dhaloota kanaaf mallattoon tokko iyyuu hin kennamu”+ jedhe.
12 Kanaafuu, baayʼee gaddee hafuura baafatee, “Dhaloonni kun maaliif mallattoo barbaada?+ Dhuguman isiniin jedha, dhaloota kanaaf mallattoon tokko iyyuu hin kennamu”+ jedhe.