Yohaannis 1:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Filiphoos Naatnaaʼeliin+ argatee, “Yesuus ilma Yoseef+ isa biyya Naazireet, isa Museen Seericha keessatti waaʼee isaa barreessee fi Raajonni waaʼee isaa barreessan arganneerra” isaan jedhe.
45 Filiphoos Naatnaaʼeliin+ argatee, “Yesuus ilma Yoseef+ isa biyya Naazireet, isa Museen Seericha keessatti waaʼee isaa barreessee fi Raajonni waaʼee isaa barreessan arganneerra” isaan jedhe.