25 Kanaafuu isaan, “Ati Kiristoos yookiin Eeliyaas yookiin Raajicha miti taanaan, maaliif cuuphxa ree?” jedhanii isa gaafatan. 26 Yohaannisis akkana jedhee isaaniif deebise: “Ani bishaaniinan cuupha. Inni isin isa hin beekne tokko garuu isin gidduu dhaabbateera;