Maarqos 8:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Yeroo kanatti garagalee gara barattoota isaa ilaalee Pheexirosiin, “Seexana nana, duuba koo deemi! Ati yaada namaa malee kan Waaqayyoo hin yaaddu”+ jedhee ifate.
33 Yeroo kanatti garagalee gara barattoota isaa ilaalee Pheexirosiin, “Seexana nana, duuba koo deemi! Ati yaada namaa malee kan Waaqayyoo hin yaaddu”+ jedhee ifate.