-
Baʼuu 30:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Wantoonni warri galmeeffaman hundi kennan kanneen kana dha: akka madaallii sheeqilii* iddoo qulqulluu dhaabbataa taʼe* sanaatti+ sheeqilii* walakkaa ni kennu. Sheeqiliin tokko geeraa* 20 wajjin qixxee dha. Sheeqilii walakkaan buusii Yihowaadhaaf godhamu dha.+ 14 Namni umuriin isaa waggaa 20 fi isaa ol taʼee galmeeffame hundi buusii Yihowaadhaaf godhamu ni kenna.+
-