1 Qorontos 10:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Yihudootattis taʼe Giriikotatti, akkasumas gumii Waaqayyootti gufuu taʼuu irraa of qusadhaa;+ 2 Qorontos 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Tajaajila keenya irratti mudaan tokko illee akka hin argamneef, nuti karaa kamiin iyyuu wanti nama gufachiisu akka jiraatu hin goonu;+
3 Tajaajila keenya irratti mudaan tokko illee akka hin argamneef, nuti karaa kamiin iyyuu wanti nama gufachiisu akka jiraatu hin goonu;+